Ezekiel 26:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri qurt'umi guuruleeni d'akhuma suni ka afaani galaana ch'iisu irati t'urura goffata. Nami dubbi tana jed'u ana, AABBO Waaqa gudda. Gochiti d'ibiini Tiro saamte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isii galaanuma san biratti hulee worri qurxummii qabu woshaadoo ufii itti miicatu isii taasisa; Ani Rabbiin maraa olii waan kana dubbadheera; baniin Xiroosiin hin saaman;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka addee odduu abbaaya'aa ta worri qurxummii guuratu caccoo ifii goffatiisaaf itti afatuu si hin godha; ani Goottaan Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera. Gosi biyya adda addaa si hin saaman;