Ezekiel 26:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle goraadeeni worraatini nama dira afaani baariini keesa jiru ch'ufa fit'i. Duuba akanaani worri Tiro aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
banii gandiin san keessa jiraatan maraa lolanii guraadee ufiitiin isaan fixan; hennaa san Xiroos akka ani Rabbiin ta'e beetti.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan adaala keeti lafa qarqara abbaaya'aa jirtulle shallaaga'aan hin ijjeefaman; achiin duuba ati akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beetta› jedha.