Ezekiel 26:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama dira afaani Baariini keesa tau woraanaani hobaasani. Nyaapi d'ufe, boola dira sunini marse qote, biyye olbaase wonte ufitini ch'ibra keeyata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin gandiin qachattii sanniinii keessa jiraatan maruu woraanaan dhuman; inni kushee ittiin uf irraa isin dhoogguun ijaarata; diinni haga qaccee dallawa keetii biyyee ol tuula; wontee hedduun uf irraa isin dhoogga'aa isin miidha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa adaala keeti lafa qarqara abbaaya'aa jirtu shallaaga'aan hin fixa; haga qaccee dalleya dhaka'aa keetiititti kaabii itti marsee hin ijaara; wontee guddoo si irratti ol hin kaasa.