Ezekiel 27:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartini lafa Ajemitifi ta Luditifi ta Putu sii duulte. Worri wonteefi kofia sibiila maneeni tante keesa oli keeyate, Nami gurra siti tolcheleeni worruma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Loltoonni biyya Faaresii, Liidiya'aatii fi biyya Liibiya'aatii dhufan loltootuma kee woliin si tajaajilan; wonte'ee fi meeshaa lolaa ka mata'atti godhatan qe'ee kee ka lolaatitti fannisaniiran; isaan namoota akka ati ulfinna argattu godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Namooti Faaresii, Ludii fi Fuxii loltoota te'anee loltoota teeti keessa tajaajilane. Isaan wonte'ee fi gullee sibiilaa si keessatti fannisanee akka ati ulfinna dhaggattu si godhane.