Ezekiel 27:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Askartini Arvadi naabo tante eedde, nami dira Gamadileeni doofi tante eege. Worri wonte ufi maneeni tanteeti fafannifate. Nami mid'aaguma tana sitini d'ufeleeni worruma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni biyya Arwaadiitii dhufan worra dallawa dhaga'aa kee eegan; namoonni biyya Gaamaadiitii dhufan kusheewwan kee eegan; isaan wontee ufii dallawa dhaga'aa kee irratti fannisan; worri akka ati bareeddu godhan isaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Arwaadiitii fi Helekii dalleya dhaka'aa ka si'itti naannowe eegane; namooti Gamaadiille xelleephoo teeti keessa jiraniiyyu. Isaan wontee ifii dalleya dhaka'aa keetitti fannisanee, dansummaan teeti akka hin dhidhanne godhane.