Ezekiel 27:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini lafa Girikitifi ta Tubalitifi ta Mesheki keesa daldalte, miha kanke tissefi waan sibiila diimani mid'aasanini jijiratte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati worra Giriikii, worra Tuubaaliitii fi worra meeshaa kee ka sibiila diimaa irraa hojjatame fuutee bikka meeshaa sanniinii mi'a kee isaanii kenna'aa turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaawaan, Tubaalii fi Meshek sitti daldalatane; isaan garbootaa fi meya sageettu'uu meya keetiin jijjiiratane.