Ezekiel 27:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Rodi si woliini daldale, ammalle worri lafa afaani baariini tauleeni ilka arbaatifi mukha jaba aka ch'anatini woli jijirate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati namoota biyya Roodii woliin daldala'aa turte; baniin biyya galaanaa ladda jiran meeshaa kee si irraa fudhatanii bikka san ilkaan Arbaatii fi muka jabaa Zoophii jedhamu sii fida'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Rodii sitti daldalatane; worri abbaayaa qarqaraa hedduun si irraa bitatanee, si'ille'etti gurguratane; isaan ilka arbaatii fi muka gurraacha gatii guddo'oo si'iif fidanee meya keetiin jijjiiratane.