Ezekiel 27:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yudatifi ka Israelileeni dargayefi damma, d'ad'a, waan sagaleeni urgeesanini d'ufe waan kanketini siraa bitate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daldaltoonni biyya Yihuuda'aatii fi biyya Israa'elii gatii meeshaa keetiitii fi qamadii, misingaa, damma, dhadhaa ejersaatii fi urgooftuu gara garaa ka biyya Misirii sii kaffala'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yihuda'aatii fi worri lafa Israa'elii sitti daldalatane; isaan qamadii biyya Miiniitii, sagalee mi'oottuu, damma, zayiti'ii fi uddowaa meya keetiin jijjiiratane.