Ezekiel 27:19 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Daana'aatii fi Giriikii ka biyya Uuzaalii keessa jiraatan worri Amooniillee meeshaa kee si irraa bitu'uuf siin wolii galan; isaan waan meeshaa keetiin jijjiiratan sibiila bassanii hojjatan urgooftuu gara garaatii fi hixichoo sii fida'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Daaniitii fi worri Yaawaanii ka Uzaal irraa dhufane sitti daldalatane; isaan sibiila tumame, qarafa'aa fi qurunfudi'iin meya keetiin jijjiiratane.