Ezekiel 27:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daldaltuni Shebatifi ta Raama d'akhaye ch'uch'ulut'ufi worqifi qayyaani d'ufte, miha kanketini jijiratte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daldaltoonni biyya Saaba'aatii fi ka biyya Raama'aa waan meeshaa keetiin jijjiiratan dhagaa gatii gudda'aa, worqi'ii fi urgooftuu gara garaa mimmishaa sii fida'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daldaltooti Sheeba'aatii fi Ra'ima'aa sitti daldalatane; isaan uddowaa uddowaa mara caalu, dhakaa gatii guddo'ootii fi worqii meya keetiin jijjiiratane.