Ezekiel 27:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Miha kanke ka daldala hobolo gugurdoti baata. Atinileeni akuma hobolo bisaani keesa deemtu jirta, ta miha daldala gudda baatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Markaboonni worra Tarseesii meeshaa kee sii fe'a'aa si gargaaran. «Ati galaana biratti meeshaa gara garaa heddu qabda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hobolooti Tarshiishii meya ati gurgurte ba'atane. Maarre ati gadhaa abbaaya'aa keessatti akka hobolo'oo fe'iisa ulfaata'aan guutanteerta.