Ezekiel 27:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hobolo ch'ufa nami ya keesaa bahe, nami keesa hojatuleeni ya kae yae lafa godduti taake.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san worri markaboota biraa oofan, worri worra markabaa biraa oofan ajajan maruu yaa'anii qarqara galaanaa dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri shaffisa'aan bisaan laaqu hoboloo ifii irraa bayanee hin deeman. Worri hoboloo oofanuu fi worri hoboloo keessaa marti hoboloo keessaa bayanee abbaayaa qarqara hin dhaabbatan.