Ezekiel 27:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bohani si faarsani waan jed'ani, Dira kamiti Tiro gahe, ka amma bisaani baariini liqimsani ch'allisisani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadda keessa maqaa kee waama'aa sii booyan; waan keetiif akkana jedha'aa faarfata'aa booyan; ta akka Xiroosii galaana keessatti baddee hafte eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gaddaan wiiccifatanee si'iif bowaa, «Akka Xiiroosii ka abbaayaan liqinsitee bade hin jiraa?» jedhaa, faaruu gaddaa si'iif faarsan.