Ezekiel 27:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa duri daldala miha kanke lafa d'ibi geesani, gochiti hedduuni gammadde siraa quufte. Ammalle hayyooti hedduleeni mihuma kanke sunini duroomte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Meeshaan kee biyya gara garaa keessa yoo faca'u fedha biyya sanniinii maraa guuta'aa ture; meesha'aa fi qabeenna kee ka si irraa hafeen mootota biyya lafaa maraa duroomsiteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mey keeti abbaayaa keessaa yennaa baye, ati gosa biyya adda addaa hedduu akka quufanu gooteerta; qabeenna keeti baca'aa fi meya keetiin mootota biyya lafaa dureeyyii gooteerta.