Ezekiel 27:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'aatu baariini jiru ch'ufti, waan atini taate suni arginaani rifate, hayyoota worrale lubbuuni d'ufte, mudamsuuni fuula worraa iraa mullate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri daangaa galaanaa jiran maruu sababaa wonti hamaan si irra gayeef guddisanii nayaniiran; mootonni isaaniillee uduu hin hafne raafamaniiran; fuula nama maraa irraa soda'atu mudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri qarqara abbaaya'aa le'u martinuu waan si irratti te'een hin sheephisan; moototi isaanille bararaqanee fuulli isaanii bifa miliqeera.