Ezekiel 27:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini yayu badde! Deebiani si inargani, daldaltuni lafa ch'ufaleeni rifate holate, waan wonti sunini worra qabatu seete mudamti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daldaltoonni banii maraa sitti baldan; dhumti kee guddisee nama naasisa; ati baraa haga bara baraa hin mudhattu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daldaltooti gosa biyya adda addaa rifatanee afaan banan; muummeen teeti guddoo nama sodaachitti; haga bara baraa deebitee hin jiraattu› jedha» jedhe.