Ezekiel 27:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami si oofulleni worra dira Sidonitifi ka Arvadi keesaa d'ufe. Nami hobolo teesani keesa hojatu ch'ufti hogeeyi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri akka kabala'aatitti siin dhayatan worra qachaa Arwaadiitii fi qachaa Siidoonaa keessaa dhufan; Xiroos! ogeeyyiin kee bulchoota markaba keetiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hoboloo teeti oofu Sidoonii fi Arwaad irraa dhufane; Ee qachaa Xiiroosii! Worri ogeeyyiin si keessa jiranu isaan worra hoboloo teeti oofe.