Ezekiel 27:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hobolo mid'aasuleeni hogeeyi Gebali d'ufte. Hobolo ch'ufafi nami keesa hojatuleeni fulla tante d'ufe daldala tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waan si jalaa diiggame ijaaru ogeeyyiin biyya Geebaariititti leenji'an si keessa jiran; worri markaba oofan markaba keetiin dhufa'aa daangaa keetitti si irraa waa bita'aa gurguratan.›
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maanguddooti Gebaaliitii fi ogeeyyiin isi'ii hoboloo teeti hujiisaaf si keessa jiraniiyyu; hobolooti abbaaya'aatii fi worri hoboloo oofu marti meya sitti gurguratiisaaf, si irralle'ee bitatiisaaf si keessa jiraniiyyu.