Ezekiel 28:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini akuma sare harka worra Waaqa imbeennetini doota. Nami waan kana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati harka namoota biyya biraa ka Rabbitti hin amanneetiin duuta; ani Rabbii waan kana dubbadheera› » jedhee natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati harka ormaa keessatti du'a worra Waaqa malee le'uu hin duuta› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa» jedhe.