Ezekiel 28:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini malaika nama mudamsiiftu ta si eeddu d'aatu te kaye. Atini gaara kiyya qulqullo gubbaa qubatte, d'akhaye ch'uch'ulut'u ira deemte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani si'i akka maleekkaa Kiruub jedhamu ka waa eeguutitti muudee achi si kaaye; gaara kiyya woyyuu irra jiraata'aa turte; dhagaa gugurdaa ka guddisee falaqqisu jidduu deema'aa turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka dada ol-gubba'aa ta koola qaddu sanii eedduu godhee si muude. Ati gaara kiyya woyyicha irra leete; ati dhakoota ibiddaa odduu deddeebite.