Ezekiel 28:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini yayu badde! Deebiani si inargani, ammalle gochiti ch'ufti ta fuula si beetuleeni rifate, waan wonti sunini worra qabatu seete mudamti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati baddeerta! baraa haga bara baraa hin argamtu biyyi si beekan maruu raafamaniiran; hireen badaan sirra gaye kun akka isaan irra hin geenneef guddisanii sodaataniiran» jedhee natti dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa keessaa worri si beeku marti hin sheephisan; muummeen teeti sodaachittuu hin teeti; ati haga bara baraa deebitee hin jiraattu› jedha» jedhe.