Ezekiel 28:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, waan atini hayyu Tirotini jettu, Atini ufi guddifte, kiyyibde keesa dabarte, waaqa ufiini jette. Ammalle atini, Anini waaqa ka barch'uma guddinna ira jiddu baariini tau jetta. Ato waaqa ufi tolchitele atini waaqaniti, namuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! Rabbiin maraa olii mootii Xiroosiititti akkana jedhii himi; ‹ati waan guddiftee uf jajjeef galaana keessa teessoo waaqolee tolfama'aa irra taa'an jetteerta; ati yoma yaada keetiin ani Waaqa ufiin jettellee ati nama malee Waaqaa miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ati qondaala Xiiroosiitiin, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Gadhaan keeti kooree: Ani waaqa; gadhaa abbaaya'aa keessatti barcumaa waaqaa irra tee'a jetteerta; ati gadhaa keeti keessatti akka waaqaa qaroo ifi seetulle ati nama malee waaqaa moti.