Ezekiel 28:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettuuni, wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Ee Sidoni, anini yayu nyaapa siti tae, biyyitileeni waan anini si tolchu kana gula na faarsiti. Ammalle hojja anini nama si keesa tau gaargalchu qulqullooma tiyya argani, akanaani aka anini AABBO Waaqa beekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii isi'iitiin Rabbiin maraa olii akkana jedha» jedhiin; ani isinitti ka'eera; waan ani isin irratti raawwadhuun baniin maruu na galatoonfatan; hennaa ani murtii qajeelaa murteessuu fi woyyummaa kiyya mudhisu akka ani Rabbiin ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaa qachaa saniitiin, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Kunoo, ani isin irratti ka'eera; ee qachaa Sidoonii ani si keessatti hin ulfaadha. Yennaa ani sitti muree woyyummaa tiyya si keessatti mudhise, akka ani Mootii Waan Maraa te'e isin hin beettan.