Ezekiel 28:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'ukuba siti erge, kara kanke ch'ufa keesati d'iiga lolaasa. Gama ch'ufa si had'ani, nama kanke ch'ufa fit'ani, duuba akanaani aka anini AABBO Waaqa beeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani balaa kiyya isinitti fida; karaa maraa irrattuu akka dhiinni jigu godha; sababaa lola karaa gara garaatiin isinitti ka'uun isin keessaa namoonni hin dhuman; baniinillee akka ani Rabbiin ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani balaa isinitti hin erga; karaa keessan irratti dhiigi akka dhangala'u hin godha; karaa maraan shallaagaa isin irratti ka'uun wodhakkaa teessanitti namooti hin qalaman; achiin duuba isin akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beettan.