Ezekiel 28:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Gochiti d'aatu Israeli jirtu, ta worra tufate, deebite gufufi qoraati worrati intaatu. Duuba akanaani worri aka anini AABBO Waaqa gudda beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ammaa achi worra ija tuffi'iitiin isii laaluu fi biyya naannaya isi'ii jiran ka akka qore'ee fi qummuuddu'uu ta'ee Israa'eliin miidhu eennullee hin jiraatu; isaan akka ani Rabbii guddaa ta'e hin beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Haganaa achi ollaan tuffatee akka qumi'uudu'uu yookiin akka qore'ee ka kolbaa Israa'elii miidhu hin jiraatu. Isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedha.