Ezekiel 28:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: waan atini qaro aka Waaqa ufi seetufi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa wonti ani Rabbiin maraa olii jedhu kana; ‹sababaa ati ani ogeessa akka Waaqaati jettee yaaddeef;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa: Ati akka waaqaa qaroo waan ifi seeteef,