Ezekiel 28:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini nyaapa naasu inqamne si haasise, worri hori kanke dansa ka atini beekhafi qaroomani horatte siraa balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintota gar jabeeyyii balaa sitti buusan sitti fida; isaan waan ati beekkumsaa fi ogumma'aan wolitti qabatte ka bareedu maraa si jalaa balleessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kunoo, ani orma, gosa biyya adda addaa keessaa irra caalaa gadhi-jabeeyyii si'itti hin fida; isaan waan dansaa ati qarummaa teetiin horatte irratti shallaagaa ifii buqqifatanee ulfinna keeti hin batteessan.