Ezekiel 28:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri si ijeese boola bisaani keesati si awaala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Si garuu boolla keessatti gatan; galaana keessatti du'a badaa duuta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan boolla keessa gad si hin buusan; ati abbaayaa wodhakka'atti du'a badduu hin duuta.