Ezekiel 28:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo worri si ijeesu d'ufu, atini hojja sunile Waaquma ufiini jetta? Atini Waaqaniti, namuma, yo si ijeesu d'ufani inuma doota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa hennaa isaan si ajjeesu'uuf sitti dhufan ati ammallee akka Waaqaatitti uf laaltaa? ati hennaa harka worra si ajjeesuutitti kufte ati nama malee aka Waaqa hin taane uf beetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati worra si qalu duratti ammalle: Ani waaqa hin jettaa ree? Ati harka worra si qaluu keessatti nama malee waaqaa ree?