Ezekiel 29:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nyaapa keetifi ka galaana keeti. Anini lafa Misiri ch'ufa haguma dira Migdoli ka mirgaati iti keeyad'e, dira Aswani ka bita, seera Kushi jiruti d'aabe balleese, ona tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani si'ii fi laga keetitti aari'iin ka'eera; Ani qachaa Migidoolii ka gara kaabaatii jalqabee haga qachaa Aswaanii ka gara kibbaa, akkasuma haga daangaa Itoophiya'aatitti biyya Misirii lafa gammoojji'ii taasisee ona isii hambisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, kunoo ani si'ii fi laga keeti irratti ka'eera; qachaa Miigdoliitiin jalqabee haga qachaa Aswaaniititti, haga meessaa Itoophiya'aatitti biyya Gibxi'ii ijjumaa onsee duwwaa hin godha.