Ezekiel 29:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafa worraa, moga bita, fulla worri duri keesaa bahe taaniti galcha. Achiti worri
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee isaan duraan keessa jiraatan biyya Misirii ka gara kibbaa Phaaxiroosiin keessa akka isaan jiraatan isaan taasisa; achitti isaan mootummaa dadhabaa ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani lafa isaan itti booji'amane keessaa deebisee, lafa isaanii ta durii kibba Gibxi'iititti isaan hin galcha; isaan achitti mootummaa dadhadduu hin te'an.