Ezekiel 29:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gosa gosa ch'ufa ira muyoo tae, iti deebie lafa d'ibi imohatu. Anini aka male worra laafise, duuba worri itumaa deebie gosa d'ibi irreeni imbulchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Siri'ii isaan mootummaa maraa caalaa dadhabaa waan ta'aniif deebi'anii mootummaa biraa bulchuu hin danda'an; Ani isa worra kaawwan caalaa waan dadhabaa taasisuuf inni mootummaa biraa gibira gabbarsiisuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootummaan sun mootummoota dhibii caalaa dadhadduu waan teeteef, gosa biyya adda addaa irratti ijjumaa deebitee ifi ol hin qaddu. Ani akka isaan ijjumaa deebi'anee gosa biyya adda addaa hin bulchine guddoo isaan hin diqqeessa.