Ezekiel 29:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli itumaa deebie qarqaarsa worra ind'aabatu. Duuba akanaani worri Israeli aka wonti worri duri Misiri d'aabateefi kaani wollaala arge hubata. Akanaani duuba worri Israeli aka anini AABBO Waaqa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii ka armaan dura biyya Misirii gargaarsaaf dhaqanii achitti miidhaman qaabatan malee lamuu deebi'anii isaan hin hedatan; worri Israa'elii hennaa san akka ani Rabbii maraa olii ta'e beekan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii qarqaarsa gaafatiisaaf, gara biyya Gibxi'ii deemiisaan yakkaa hujane isaan qaabachiitti malee, haganaa achi isaan ijjumaa deebi'anee biyya Gibxi'ii qarqaarsa hin gaafatanu. Achiin duuba isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedha» jedhe.