Ezekiel 29:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, hayyu Misiri isaafi lafa isaale abaari waan jettuuni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ilma namaa! fuula kee gara mootii biyya Misirii deebisii isaafii banii biyya Misirii marattuu raaga dubbadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Ati fuula keeti gara mootii Gibxi'ii deebifadhuutii, isaa fi kolbaa Gibxi'ii mara irratti raaga raagi.