Ezekiel 29:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isaafi askartini isaa naa hojateefi, anini lafa Misiri isaa kenna. Nami waan kana jed'e, ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoonni isaa waan naa hojjataniif waan biyyi Misirii itti dadhabde maraa sababaa dadhabbii isaatiif dabarsee kennaaf; Ani Rabbi waan kana dubbadheera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa fi loltooti isaa waan naaf hujaneef, gatii eloo isaatiif ani lafa Gibxi'ii isaaf kenneera.