Ezekiel 29:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo wonti kunini ch'ufti guutamte, anini gosa Israeli jabeese, si Ezekielile aka nami ch'ufti si d'agayu araba sii hiikhe si dubbachiise duuba akanaani aka anini AABBO Waaqa beekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa wonti kun ta'u ani banii Israa'elii hin jajjabeessa; ati Hisqeel! hulee namoonni maruu si dhagayuu danda'an maratti laagaa kee ol qabattee akka dubbattu si taasisa; akkaataa kanaan akka ani Rabbiin ta'e beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Guyyaa san ani kolbaa Israa'eliitiif jabeenna hin kenna; atille isaan keessatti afaan keeti akka saaqattu hin godha. Achiin duuba isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan› jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa» jedhe.