Ezekiel 29:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi guddaani jed'u tana: Anini nyaapa kanketi, ee hayyu Misiri, atini nyaacha gudda bisaani keesati galu. Atini galaani nile kiyya, nati mid'aase jetta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii mootii biyya Misiriitiin akkana jedha jedhii itti dubbadhu; ‹ati ka bineensa lagaa fi galaana keessa cisee nama sodaachisu fakkaattu! ani aaree sitti ka'eera; lanni Abbaayii kiyya; ka laga kana uume ana› jetta;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Gibxi'iitiin, Goottaan Mootiin Waan Maraa, ‹Kunoo, ani si irratti ka'eera! Ee Fara'oon mootii Gibxi'ii, ati jawwee guddittii laga ifii keessa ciittu; ati: Lagi Nayilii kiyya; ani laga kana ifiif dadadhe jetta.