Ezekiel 29:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani nami lafa Misiri keesa tau ch'ufti aka anini AABBO Waaqa beekha. AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli qarqaarsa si d'aabate, ammo atini laafa ilaadule ingeetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii Israa'eliitiin akka ulee maqa'aa dadhabdoota waan taataniif hennaa san isin baniin biyya Misirii akka ani Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isin worri biyya Gibxi'ii keessa leetanu marti akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beettan. Sababille ati kolbaa Israa'eliitiif akka ulee shonbooqqo'oo teeteerta.