Ezekiel 29:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri siti hirkannaani atini ch'ach'abt'e bobaa worraa woraante, dudda worra kute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa isaan harka ufiitiin isin qaban isin akka ulee maqa'aa babbaqaxxanii ceekuu isaanii woraantan; isaan hennaa isinitti irkatan isin jalaa caccabdanii duddi isaanii daddaaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan harka ifiitiin si qabane, ati babbaqaxxee gurmuu isaanii mara woraante; yennaa isaan sitti irkatane, ati caccaddee hidhi isaanii akka lellequ goote.