Ezekiel 29:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma tana anini, AABBO Waaqi guddaani, waan sini jed'u, Anini nama goraadeeni si ijeesu sitini d'ufe, worri namafi saa kankele fit'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa wonti ani Rabbiin maraa olii sitti himu kana; «Ani worra guraade'een balaa sitti buusan fida; isaan bani'iif horii kee maraa hin fixan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa: Kunoo, ani shallaagaa si'itti hin fida; namaa fi horii si keessaa ijjumaa hin balleessa.