Ezekiel 3:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan jed'e, Namicha, hod'i, woraqata kana nyaad'i, d'aqi, worra Israeliti dubdad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Ilma namaa! waan si afoo jiru nyaadhu; kitaaba marame kana nyaadhu; gara banii Israa'elii dhaqii dubbadhu!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, anaan, «Ilma namaa! Ati waan asitti dhaggite mara nyaadhu; kitaaba maramaa kana nyaadhuutii, dhaqii kolbaa Israa'eliititti dubbadhu!» jedhe.