Ezekiel 3:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Waaqi waan jed'e, Namicha waan anini siti hime kana aka dansaa mid'aafad'i, qalbeefad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee akkana naan jedhe, «Ilma namaa! waan ani dubbadhu maraa seeraan na jalaa caqasii gara'atti qabadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle, inni, anaan, «Ilma namaa! Jecha ani sitti dubbadhu mara gurra keetiin dhage'iitii, gadhaa keetitti qabadhu.