Ezekiel 3:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worra gosa tanteeti, ka boojiani lafa d'ibi jiru, d'aqi, waan anini, AABBO Waaqi, worraani jed'u iti himi, yo worri si ch'aqaseefi ch'aqasu baatele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara banii biyya keetii ka boojuu jala jiranii dhaqii si dhagayanii'i, si dhagayuu baatanillee waan ani Rabbiin maraa olii isaaniin jedhu maraa isaanitti himi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara worra booji'amee, gara kolbaa keetii dhaqiitii, yoo dhage'anelle yookiin yoo dhage'uu didanelle, ‹Goottaan Mootiin Waan Maraa akkana jedha› jedhiin» jedhe.