Ezekiel 3:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba lubbuuni Waaqa oli na fuute. Jennaani qonqo guddo toko ta, guddinna AABBO Waaqa gubba jiru faarsa, jettu ufi duubati d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Hafuurri Rabbii ol na fuudhee uf duubaan laagaa guddaa «Rabbii samii irra jiraatuu galanninii fi ulfinni haa ta'u!» jedhu dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ayyaanni Waaqaa ol na fuudhee, duuba kiyyaan, qoonqoon guddoon ta akka lafa tachootuu takka, «Ol-gubbaa keessatti ulfinni Mootii Waan Maraa ka leellifame te'uu ti» jettuun dhage'e.