Ezekiel 3:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irreeni AABBO Waaqa humna guddoni nati d'ufte, ato lubbuuni isaa oliini na deemtu anini aka male dallane garaa hammaad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Hafuurri ol na fuudhe ani guddisee aaree biibbaye; hunni Rabbiillee natti ulfaatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni ol na fuudhee deeme; anille hadheeffataa, aaree bobe'aa achii deeme; irreen Mootii Waan Maraalle na irratti jabaatteertiiyyu.