Ezekiel 3:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani anini Telabibu, ta d'aatu galaana Kebari jirtu, fulla worri boojiani kaani jiruni bahe. Duuba bulti torba arti bule, wonti anini arge d'agaye sunini na mamsiifte, akanumati na bakhasite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani gara Teel'aabiibii laga Keebaarii bira jiruu dhufe; huleen kun hulee worri booji'ame keessa jiraatu; wonti argee fi wonti dhagaye waan guddisee na naasiseef hadoodee guyyaa torbaa isaan keessa taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara worra booji'amee laga Kebaarii bira Tel-Abiib jiranuu dhaqe. Ani akkuma nayee waan godhu wollaaletti, guyyaa torba odduu isaanii ture.