Ezekiel 3:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini ch'ubbicha yaame, Atini indoota jed'eeni, ka atileeni isa yaamte, kara kanke hama kana iraa deebii, hegeri indoota jette ingorsini, inni dabuma suni keesa dua, duuba anini duisa isaa suni si qabad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani nama yakka hojjate tokkoon sababaa cubbuu isaatiif ati hin duuta yoo jedheen ati amma namni sun cubbuu irraa akka deebi'ee fayyuuf isa hin seerre namni sun cubbuu ufiitiin du'a; waan du'a isaatiif garuu si gaafadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani nama cubbaallessaan, ‹Ati dhugumaan hin duuta› jedhuun, ati yoo isa ifii eeggachiisuu dhadde, inni karaa ifii cubbaalessa san irraa deebi'ee jiru'uun akka jiraatu isa ifi eeggachiisiisaaf yoo itti himuu dhadde, nami cubbaalessi sun yakkaa ifiitiin hin du'a; ani ammoo dhiiga isaa harka keeti keessaa barbaada.