Ezekiel 3:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini afaani bane, inni woraqata nyaad'i nani jed'e kaani naa kenne
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani afaan banadhe; innillee kitaaba marame san akka nyaadhuuf natti kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani afaan banadhee, innille kitaaba maramaa kana akka nyaadhu naa kennee,