Ezekiel 3:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini nama dansa daba intolchini jette gorsite duuba inni si d'agae daba tolchu dide inni induu, sile iniijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni balchaan mishumma'aan beekkame tokko akka inni cubbuu hin hojjanne isa gorsitee inni gorsa kee san fudhatee cubbuu hojjachuu yoo dhiise dhugamaan lubbu'uun jiraata; atillee waan isaatiif hin gaafatamtu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo nami balchaan tokko akka cubbuu hin hunye yoo ifi eeggachiitte, innille dhage'ee yoo cubbuu hujuu dhabe, inni ifi eeggachiisa san waan fudhateef, dhugumaan jiru'uun hin jiraata; atille lubbuu teeti baafatteerta» jedhe.