Ezekiel 3:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini jabeenna AABBO Waaqa arge isa kai, bale d'aqi, achiti siini dubbad'a jed'u d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san hunni Rabbii na irra ture; «ka'ii gara dhooqaa deemi achitti sitti dubbadhaa» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achille'etti irreen Mootii Waan Maraa na irra jirtiiyyu. Inni, anaan, «Ka'ii gara lafa dhooqaa dhaqi; anille achitti sitti hin dubbadha» jedhe.